Fana: At a Speed of Life!

Obbo Dammaqaan Reeyichel Oomaamoo waliin mari’atan

Finfinnee, Hagayya 27, 2013 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Ministira Ministeera Dhimma Alaa Keeniyaa Ambaasaaddar Reeyichal Oomaamoo waliin mari’ataniiru.
Ambaasaaddar Reeyichal Oomaamoo daawwannaa hojiif har’a Finfinnee galuun isaanii kan yaadatamuudha.
Turtii isaaniin hoggantoota mootummaa garaagaraa waliin ni mari’atanuun eeggama.
Feesbuuki keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.