Fana: At a Speed of Life!

Obbo Muusxafeen Sagalee isaanii laatan

Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC)- Preezdaantiin Bulchiinsa Mootummaa naannoo Somaalee Obbo Muusxafee Mahaammad Filannoo marsaa 6ffaa naannoo Somaaleetti gaggeeffamaa jiruun magaalaa Daghabuur buufata filannoo 4itti argamuun Sagalee isaanii laataniiru.
Preezdaant Musxafeen maatii isaanii waliin buufata filannichaatti argamuun sagalee isaanii laataniiru.
Qaamni filannoon injifatu yeroo itti imaanaa uummataa baatu ta’uu Preezdaant Muusxafeen ibsaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.