Fana: At a Speed of Life!

Obbo Taaggasaa Caafoon Pireezidaantiin Duraanii Chaayinaa boqochuutti gadda isaanitti dhaga’ame ibsan

Finfinnee, Sadaasa 25, 2015 (FBC)- Afyaa’iin Mana Mare Bakka Bu’oota Ummataa Taggasaa Caafoo Pireezidantii Chaayinaa Duraanii Jiyaang Zeemiin du’aan boqchuutti gadda isaanitti dhagaa’ame ibsan.

Obbo Taaggasaan, Ityoophiyaatti Embaasii Chaayinaatti argamuun mootummaa fi ummataa Chaayinaaf gaddaa isaanitti dhagaa’ame ibsaniiru.

Pireezidaantiin Duraanii Chaayinaa Jiyaang nageenyaa fi tasgabbii idil addunyaaf duree gumaachan ta’uu ibsaniiru.

Mootummaa Chaayinaa, ummataa fi maatii pireezidaantichaaf jajjabina hawwuu ragaan Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni mul’isa.

Pireezidaantiin Duraanii Chaayinaa Jiyaangi Zeemaanii Sadaasa 21, 2015 dhibee kaansarii dhiigaan umrii 60ffaa isaaniitti du’aan boqochuun ni yaadatama.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.