Fana: At a Speed of Life!

Obbo Umad Ujuluun hordoftoota amantaa kiristaanaa maraaf ergaa baga ittiin isin gahee dabarsan

Finfinnee, Fulbaana 16, 2015(FBC)- Pireezidaantiin mootummaa Gambeellaa Obbo Umad Ujuluun Ayyaana Masqalaa sababeeffachuun hordoftoota amantaa kiristaanaa maraaf ergaa baga ittiin isin gahee dabarsaniiru.

Ayyaanichi hordoftoota amantaa kiristaanaa naannichaafi guutuu biyyattiif kan nagaa, jaalalaa, tokkummaafi waliif yaaduu akka ta’u hawwaniiru.

Hordoftoonni amantichaa ayyaanicha haala duudhaa isaa eeggateen akka kabajamuu taasisuufi lammiilee rakkatan deeggaruun ta’uu akka qabu dubbataniiru.

Hundaa’ol gootota birmadummaa biyyaa kabachiisuuf wareegama kaffalaa jiran yaadachuun deeggarsa taasisaa jiru cimsee akka itti fufu gaafataniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.