Fana: At a Speed of Life!

Ogeeyyiin aartii Biirshalaqootti loltoota jajjabeessan

Finfinnee, Hagayya 29, 2013 (FBC)-Ogeeyyiin aartii Finfinnee manneen Tiyaatiraa 4 irraa walitti babba’aan giddugala leenjii loltoota bu’uuraa Birshalaqootti argamuun loltoota jajjabeessaa jiru.

Loltoonni bu’uuraa leenjiisaanii xumuruutti jiran miiraa gootummaa olaanaan biyyasaanii diinarraa eeguufi ittisuuf qophii ta’uu himaniiru.

Loltoota bu’uuraa leenjiirratti argaman keessaa maatii tokkoo keessaa hanga obbolaa lamaafi sadii ni argamu.

Obbolawwaan Loltoota bu’uuraa kunneenis biyya abbooti isaanirraa dhaalan itti fufsiisuf murannoo qaban mirkaneessaniiru.

Maddi:-TOI

Feesbuuki keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.