Fana: At a Speed of Life!

Oomishaaleen galii hanqina qulqullinaa qaban gara biyyaa akka seenneef dorkaman

Finfinnee, Onkololeessa 2, 2014 (FBC)-Ityoophiyaatti oomishaaleen galii hanqina qulqullinaa qaban gara biyyaa akka seenneef dorkamuu Ministeerri Daldalaa fi Naannawaa beeksiseera.

Bara baajatichaa baatiiwwan sadeen darbanitti sakattoo laabiraatoorii meeshaaleerratti taasifameen oomishaaleen gali sadarka gadi ta’aan irratti tarkanfiin fudhatamuu ibsameera.

Ministeerichi bara baajata 2014 kurmaana jalqabaatti oomishalee galii meetirik toonii kuma 600 irratti hojii insipeekshaanii raawwachuuf karoorsee oomishalee meetirk toonii kuma dhibba 5 fi kuma 86 fi 746.8 irratti hojii insipeekshaanii taasisuu ragaan Ministeericharra argamee ni muul’dhisa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.