Fana: At a Speed of Life!

Paartii Badhaadhinaa dabalatee hoggantoonni paartilee morkattootaa proojektoota hojjetamaa jiran daawwatan

Finfinnee, Bitootessa 22, 2013 (FBC) – Paartii Badhaadhinaa dabalatee hoggantoonni paartilee morkattootaa proojektoota magaalaa Finfinneetti hojjetamaa jiran daawwataniiru.
Daawwannicharratti hoggantoonni paartilee 8 argamaniiru.
Itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee proojektii paarkiing konkolaattootaa masaraa mootummaa guddichaatti hojjetamaa jiru daawwachiisuun waa’ee proojektichaarratti hoggantoota kanneeniif ibsa taasiisuu isaanii ragaan Waajjira Seekreetariyaat Preesiirraa argame ni agarsiisa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.