Fana: At a Speed of Life!

Paartiin Badhaadhinaa Naannoo Amaaraa muudamoota garaagaraa raggaasise

Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC) – Paartiin Badhaadhinaa Naannoo Amaaraa muudamoota garaagaraa raggaasiseera.
Haaluma kanaan obbo Girmaa Yeshiixilaa itti gaafatamaa waajjira Paartii Badhaadhinaa, obbo Mollaa Malkaamuu itti gaafatamaa damee Siyaasaa waajjirichaa taasiisuun muudeera.
Dabalataan obbo Fissahaa Dassaalenyi itti gaafatamaa damee ijaarsaa waajjirichaa taasiisuun muuduu ragaan Fuula Paartii Badhaadhinaa naannichaarraa argame ni muul’isa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.