Daandiin keessoo Amboo waggaa afuriin dura eegalame hin xumuramne
Finfinnee, Muddee 9, 2012 (FBC) – Daandiin aspaaltii keessoo magaalaa Amboo waggaa afuriin dura eegalame amma ammaatti hin xumuramne.
Daandichi baajata Birrii miiliyoona dhibba 5 fi…