Ityoophiyaa fi Chaayinaan hariiroo diinagdee isaanii cimsuuf mari’atan
Finfinnee, Muddee 9, 2012 (FBC) – Jilli Ityoophiyaa ministira Ministeera Galiiwwanii FDRI aadde Adaanach Abeebetiin duurfamu, hoggansa Bulchiinsa Taaksii Chaayinaa waliin mari'ate.
Aadde…