Fana: At a Speed of Life!

Pireezidaanti Saahilawarqi Zawudeen Pireezidaantii Mana Maree Gamtaa Awurooppaa waliin mari’atan

Finfinnee, Guraandhala 12, 2015 (FBC)- Pireezidaantin FDRI Saahilawarqi Zawudeen Pireezidaantii mana maree Gamtaa Awurooppaa Charles Miisheel hariiroo gamtaa awurooppaa fi Ityoophiyaa cimsuuf haalotaa andeessianirratti mari’ataniiru.

Mariin isaaniinis hariiroo gamtichi Ityoophiyaa waliin qabu caalmaan cimsuuf waliigalteerraa ga’uu fi haalota yeroorratti mari’achuu TOI gabaaseera.

Mootummaan Ityoophiyaa fi ABUT gdduuttii waliigaltee nageenyaa taasifamee Pireezidaantiin Mana Maree Gamtaa Awurooppaa Chaarles Miisheel dinqisiifataniiru.

#Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.