Fana: At a Speed of Life!

Pireezidaantiin Waldaa Qaxxaamura Diimaa Addunyaa Finfinnee galan

Finfinnee, Amajjii 17, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin Waldaa Qaxxaamura Diimaa Idil Addunyaa Mirjaanaa Ispoljaariik daawwannaa hojii guyyoota lamaaf har’a Finfinnee galaniiru.

Pireezidaantittiin turtii isaaniin qondaaltota olaanoo mootummaa, Waldaa Qaxxaamura Diimaa Ityoophiyaa fi dureewwaan Gamtaa Afrikaa waliin akka mari’atan eegama.

Marii isaaniinis, haala namoomaa Ityoophiyaa, walitti bu’iinsi ture dhiibbaa biyyattii fi hawaasarraan geessiserratti akka mari’atan miidiyaa hawaasumma isaaniin ibsaniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.