Fana: At a Speed of Life!

Piriimaayeer Liigii Ingilaandiin taphni har’a Arsenaalii fi Cheelsii gidduutti taasiisfmu ni eegama

Finfinnee, Eebla 24, 2015 (FBC) – Taphoota Piriimaayeer Liigii Ingilaandiin taphni har’a Arsenaalii fi Cheelsii gidduutti taphatamu ni eegama.

Kilaboonni Landan Lamaan morkiin har’a galgala sa’aatii 4:00 irraa eegalee Istaadiyeemii Emireetiitti taasisani akkaan eegama.

Arsenaal morkii Waancaa Piriimaayeer Liigichaatti taasisuu cimsachuuf falmiin Cheelsii waliin taasiisu xiyyeeffannoo argateera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.