Fana: At a Speed of Life!

Preezdaan Saahilawarq hojii gaggeessaa Kaanaal Pilaas Guruup damee Afrikaa waliin mari’atan

Finfinnee, Eebila 4, 2013 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Indaastirii Teeleeviizhiinii keessatti adda duree kan ta’e Hojii gaggeessaa Kaanaal Pilaas Guruup dame Afrikaa waliin mari’ataniiru.
Dhaabbatichi Ityoophiyaatti waajjira isaa banuuf hojii eegaluu Hojii gaggeessichi himaniiru.
Kaanaal Pilaas qophiilee sona Ityoophiyummaa qabu sagantaalee isaa keessatti hammachuu Preezdaant Saahilawarq dindisiifsataniiru.
Sagantaalee kanneen bashannanaaf qofa osoo hin taane hubannoo laachuufillee fayyadamuun barbaachisaa ta’uu himuu isaanii ragaan Waajjira Preezdaantii FDRI irraa argame ni muul’isa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.