Fana: At a Speed of Life!

Preezdaant Dastaa Leeddaamoo indaastiriiwwan oomishaa Hawaasaa fi naannichatti argaman daawwatan jiru

Finfinnee, Caamsaa 10, 2014 (FBC)- Preezdaantiin Naannoo Sidaamaa Dastaa Leeddaamoo fi miseensonni kaabinee indaastiriiwwan oomishaa olaanaa fi giddugaleessaa Hawaasaa fi naannichatti argaman daawwataa jiru.

Daawwannichi qaama sosochii ‘’Ityoophiyaan haa oomishtu’’ ta’uu beekameera.

Daawwannicharratti preezdaanticha dabalate Kantiibaa Magaalaa Hawaasaa Gargaaraa Proofeesaraa Tsaggaayee Tukeenaa fi hoggantoonni olaanoon naannichaa argamaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.