Fana: At a Speed of Life!

Preezdaant Doonaald Traamp daawwannaa hojiif Hindi galan

Finfinnee, Gurraandhala 16, 2012 (FBC) –  Preezdaant Doonaald Traamp daawwannaa hojiif Hindi galan.

Preezdaantin Yuunaaytid Steet Doonaald Traamp Hinditti kan taasisaa daawwaanaa hojii isaanii bulchiinsa Gujaaraatii eegalaniiru.

Preezdaantichi gara bulchiinsichaa si’a galan muumee ministiraa Hind Naareendiiraa Moodii simannaa kan taasisaniif yoo ta’u, ummanni hedduun ba’anii simataniiru.

Maddi:- BBC

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.