Fana: At a Speed of Life!

Qidduus Giyoorgis tapha jalqabaa gulaallii duraa Shaampiyoonsi Liigii Afrikaa har’a ni taphata

Finfinnee, Hagayya 12, 2015 (FBC) – Qidduus Giyoorgis tapha jalqabaa gulaallii duraa Shaampiyoonsi Liigii Afrikaa har’a Kilaba Zaanzibaar KMKM waliin ni taphata.

Har’a sa’aatii 10:00 irraa eegaluu Taanzaaniyaa Istaadiyeemii Azaam Kompileeksitti kan taphatan ta’uu ibsameera.

Kilaboonni lamaan Hagayya 21, 2015 tapha deebii Finfinnee Istaadiyeemii Abbabaa Biqilaatti kan taphatan ta’uu EBCn gabaaseera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.