Fana: At a Speed of Life!

Roobootiin ‘Dastaa’ jedhamtu Golahambaa Saayinsiitti agarsiisaaf dhiyaatte

Finfinnee, Ebla 2, 2016 (FBC) – Roobootiin ‘Dastaa’ jedhamtu Golahambaa Saayinsiitti agarsiisaaf dhiyaachuu ibsame.

Intelajansiin Artefishaalii Itiyoophiyaa sadarkaa yeroo ammaa irra jiru agarsiisuu fi Itiyoophiyaatti hojiin akkamii akka hojjetamaa jiru mul’isuuf Roobootii agarsiiisaaf dhiyaatte ta’uu eerameera.

Intelajansiin Artefishaalii Itiyoophiyaa Itiyoo Teeleekoomii fi Daandii Qilleensa Itiyoophiyaa waliin ta’uun Roobootii Dastaa jedhamtu tana agarsiisaaf dhiyeessuu himameera

Roobootiin tun afaan Amaaraa kan dubbattu yoo taatu, bu’aa hojiilee Artefishaalii ammaayyaa ta’uu eerameera.

Alemsaggid Asaayyeetu gabaase.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.