Fana: At a Speed of Life!

Sa’aatiin Atleet Lammeechaa Girmaan fiigicha gufachiisaa meetira kuma 3 galmeesse riikardii addunyaa ta’uun mirkanaa’e

Finfinnee, Hagayya 1, 2015 (FBC) – Sa’aatiin Atleet Lammeechaa Girmaan fiigicha gufachiisaa meetira kuma 3 Daayimandii Liigii Paarisiin galmeesse riikardii addunyaa ta’uun mirkanaa’eera.

Fiigicha gufachiisaa meetira kuma 3 Daayimandi Liigii Faransaay magaalaa Paarisitti fiiggameen Atleet Lammeechaa Girmaan daqiiqaa 7 fi sekondii 52 fi maayikiroo sekondii 11 xumuruun kan yaadatamuudha.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.