Fana: At a Speed of Life!

Sagantaan Afxiraa guddaan magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Eebila 21, 2014 (FBC) – Sagantaan Afxiraa guddaan daandiirraa  magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.

Sagantaa kanarratti lammiileen kumaatamatti lakkaa’aman hirmaataniiru.

Saganticharratti dhalattoonni Ityoophiyaa fi Ityoophiyaanoonni akkasumas michuuwwan Ityoophiyaa waamicha Muummeen Ministira FDRI Abiy Ahimad mata duree  “ Salaata Iid Guddicha Ityoophiyaatti” jedhuun taasisaan fudhachuun argamaniiru.

Abraaham Faqqadaatu gabaase

Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.