Fana: At a Speed of Life!

Sagantaan beekkamtii kaffaltoota gibiraa fi qooda fudhattoota galii walitti qabuu geggeeffamaa jira

Finfinnee, Waxabajjii 29, 2013 (FBC) – Abbaan Taayitaa Galiiwwanii Oromiyaa sirna beekkamtii kaffaltoota gibiraa fi sosochii kaffaltii gibiraa bara 2014 sadarkaa ‘C’ Adoolessa 11, 2013 eegaluu geggeessaa jira.
Sagantaa kanarratti kaffaltoota gibiraa fi taaksii olaanaa kaffaluun adda duree Magaalaa Sabbataa jiraniif beekamtiin ni kennama jedhame.
Akkasumas Mana Maree daldalaa fi Abbaa Taayitaa galiiwwanii Oromiyaa gidduutti chaartar lammileerratti waliigalteen ni mallatteeffamaan eegama.
Dabalaa Taaddasaatu gabaase.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.