Fana: At a Speed of Life!

Sagantaan sosochii ittisaa fi to’annoo Covid -19 akka naannoo Ormiyaatti gaggeeffame

Finfinnee, Muddee 27, 2013 (FBC) – Sagantaan sosochii ittisaa fi to’annoo Covid -19 akka naannoo oromiyaatti magaalaa Adaamaatti gaggeeffamuu ibsameera.
Sagantaa sosochii kanarratti Ministira Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaa, sadarkaa itti aanaa preezdaantiitti qindeessan kilaastera hawaasummaa Oromiyaa obbo Addisuu Araggaan dabalatee bakka hoggantoonni sadarkaa federaalaa, naannoo, godinaalee, magaalotaa fi aanaalee argamanitti magaalaa Adaamaatti gaggeeffamee jira.
Yeroo ammaa tatamsaa’inni vaayrasii koroonaa daraan dabalaa jiraachuu saganticharrati ibsameera.
Qajeelfamoota Covid -19 ittisuuf bahan iddoo hundatti hojiirra ooluun barbaachisaa ta’uu kallattiin kaa’amuu ragaan Biiroo Fayyaa Oromiyaarraa argame.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraamakeenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.