Fana: At a Speed of Life!

Seeraan ala daddabarfamaa kan turan rasaasoonni 380 to’ataman

Finfinnee, Gurraandhala 25, 2013 (FBC) – Seeraan ala daddabarfamaa kan turan rasaasoonni 380 to’atamaniiru.
Rasaasoonni to’annaa jala oolan kunneen magaalaa Qobboo gara magaalaa Haaraa maqaa adda Aliwaa jedhamutti daddabarfamaa ture sakattoo milishaatin taasifameen to’annaa jala oolfamaniiru.
Kanaan walqabsiisee shakkamtoonni 3 to’annaa jala ooluun qorannoon taasifamaa jira.
Waajjiri Gumurakaa damee Kombolchaa hojii sochii daddabarsa meeshaalee kontiroobaandii to’achuu cimsee akka itti fufu ibseera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.