Fana: At a Speed of Life!

Sirni awwaalcha Agituu Guddataa raawwate

Finfinnee, Amajjii 5, 2013 (FBC)- Sirni awwaalcha Agituu Guddataa Finfinnee Bataskaana Katoolikii ‘St.josef’tti raawwatameera.
Sirni awwaalcha Agituu bakka awwalchaa Wiingeetitti raawwatameera.
Xaaliyaan keessatti baaduu aannan Re’ee horsiifturraa oomishtuun kan beekamtu baqattuun Ityoophiyaa Aagituu Guddataan ajjeefamuun ishee ni yaadatama.
Reeffi ishees Xaaliyaan irraa kaleessaa magaalaa Finfinnee kan gale.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.