Fana: At a Speed of Life!

Sirni awwaalcha artist Hiruut Baqqalaa raawwate

Finfinnee, Caamsaa 7, 2015(FBC)- Sirni awwaalcha artist Hiruut Baqqalaa bakka Awwaalchaa Pheexiroos Wa Phaawuloositti raawwateera.

Sirni awwaalcha ishee bakka maatiifi firoottan akkasumas dinqisiifattoonni ishee argamanitti raawwateera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.