Fana: At a Speed of Life!

Sirni beeksisaa fi gurgurtaa Kitaaba dhaloota Ida’amuu magaaloota Oromiyaa garaagaraa keessatti gaggeeffame

Finfinnee, Bitootessa 17, 2015 (FBC) – Sirni beeksisaa fi gurgurtaa Kitaaba dhaloota Ida’amuu magaaloota Oromiyaa garaagaraa keessatti gaggeeffameera.

Haaluma kanaan Godina fi magaalaa Jimmaatti Birrii miiliyoona 134 olitti gurgurameera.

Magaalaa Hoolataatti Birrii miiliyoona 2.1 olii fi Sandaafaa Bakkeetti Birrii miiliyoona 1.4 kan gurgurame yoo ta’uu, magaalootaa fi Godinaalee garaagaraa keessatti sagantaan gurgurtaa fi beeksiisuu kitaabichaa gaggeeffameera.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.