Fana: At a Speed of Life!

Hiriirri deeggarsaa guyyaa injifannoo Bitooteessa 24 magaalaa Ambootti gaggeeffame

Finfinnee, Bitootessa 24, 2016 (FBC) – Hiriirri deeggarsaa Godina Shawaa Lixaa Magaalaa Ambootti mata duree ”Nageenya keenya ni eegganna, jijjiirama ni waaressina” jedhuun gaggeeffame.
Bitootessi 24 guyyaa Fedaraalizimii dhugaa itti argineefi walqixxuummaan sabootaafi sablammootaa itti mirkanaa’e jechuun hawaasni Godinichaa hiriira deeggarsa gaggeessaa jiraachuu ragaan Kominikeeshinii Godina Shawaa Lixaarraa argame ni mul’isa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.