Fana: At a Speed of Life!

‘Start Up Ethiopia’n dargaggootaaf naannawaa hojii mijataa uumuun dameelee hojii rakkoo furan banuuf kan kaayyefateedha – Dooktar Abiy Ahimad

Finfinnee, Bitootessa 26, 2016 (FBC)- “Start up Ethiopia”n hojii uumuu dargaggootaaf naannawaa mijataa uumuun dameewwan rakkoo furan banuuf kan kaayyeffate ta’uu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.

Dargaggoonni yaada kalaqa hojii akka qabaatan, mootara sochii biyya isaanii ta’uu simachuun yaada isaanii gara qabatamaatti akka jijjiiraniif deeggarsi imaammataas barbaachisaa ta’uu gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.

Qormaatilee yeroo ammaa jiraniin garasitti waggoottan ja’an darban hojiileen gaggeeffaman hudhaalee garaagaraa hiikuun carraalee bal’aa argamsiisuuf daandiin banamuu Dooktar Abiy himaniiru.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.