Fana: At a Speed of Life!

Tajaajilichi baatiwwan jahaan darban galii Birrii biiliyoona 23 ol argachuu beeksise

Finfinnee, Amajjii 21, 2016 (FBC) -Tajaajilli Geejjiba Galaanaa fi Loojistiksii baatiwwan jahaan darban galii Birrii biiliyoona 23.45 ol argachuu beeksiseera.

Dhaabbatichi walakkaa waggaa kanatti damee Oppireeshinii, Faayinaansii fi Kaappitaalaan hojiilee hojjetamaa turan irratti mari’achuu ibseera.

Toonii miiliyoona 2 fi kuma 544 ol geejjibsiisuuf karoorfatee toonii miiliyoona 3 fi kuma 674 geejjibsiisuuf ibseera.

Damee Faayinaansiin ammoo galii Birrii biiliyoona 23.45 argachuu ibseera.

Taaksii dabalatee bu’aa Birrii biiliyoona 3.26 argachuus ragaan tajaajilichaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.