Fana: At a Speed of Life!

Tajaajilichi hojmaaata E -Tikkeettingii ifoomse

Finfinnee, Onkololeessa 21, 2016 (FBC) – Tajaajilli Geejjibaa fi Paabiliik Sarvisii hojmaaata Tikkeettii Elektirooniksii ifoomseera.

Tajaajilichi maamiltootaaf tajaajila kennu ammayyeessuuf xiyyeeffannoon hojjetaa jiraachuu Daayrektari Olaantuun Tajaajila Geejjiba Paabiliik Sarvisii Fireehiyiwaat Tilliquu ibsaniiru.

Hojmaatichi maamiltoonni dhaamatii tokko malee bakka jiranii kaffaltii akka raawwatan dandeessisa jedhan.

Itti quufiinsa Maamiltoota mirkaneessuu fi dhaamaatiirraa hambisuuf damicha Teeknooloojiin deeggaruun murteessaa ta’uu Ministirri Ministeera Geejjibaa fi Loojistiksii Dooktar Alamuu Simeen ibsaniiru.

Hojiin damee Geejjibaa fi Loojistiksii Diijitaaleessuu cimee kan itti fufu ta’uu ibsaniiru.

Wandimmuu Addunyaatu gabaase.

#Oromiyaa #Ityoophiyaan

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.