Fana: At a Speed of Life!

Tapha Waancaa Addunyaan har’a taphoonni moo’atanii darbuu marsaa xumuraa ni taphatamu

Finfinnee, Sadaasa 27, 2015 (FBC) – Tapha Waancaa Addunyaan har’a taphoonni moo’atanii darbuu marsaa xumuraa 2 ni taphatamu.

Galgala sa’aatii 12:00 irraa eegalee taphni Moorokoon Ispeen waliin taphattu eegamaa jira.

Akkasumas galgala sa’aatii 4:00 irraa jalqabee Poorchugaal Siwiizarlaand waliin ni taphatu.

Hanga ammaatti biyyoota Ardii Afrikaa fi Eeshiyaa keessaa kan tapha Nuusa Xumuraaf dabarbe hin jiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.