Fana: At a Speed of Life!

Tapha waancaa Awurooppaan Weelsii fi Siwiizarlaand walqixa ba’an

Finfinnee, Waxabajjii 5, 2013 (FBC) – Tapha waancaa Awurooppaa guyyaa 2ffaa har’a gaggeeffameen Weelsii fi Siwiizarlaand goolii 1 walqixa ba’aniiru.

Tapha Azaarbaajaan magaalaa Baakkuutti Weelsii fi Siwiizarlaand gidduutti geggeeffame goolii 1 walqixa xummurameera.

Tapha baniinsaa kaleessa galgala Roomitti Turkii fi Xaaliyaanii gidduutti taphatameen Xaaliyaaniin goolii 3 fi 0n injfachuun kan yaadatamuudha.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.