Fana: At a Speed of Life!

Taphoonni deebii walakkaa xumuraa Liigii Awurooppaa har’a ni taphatamu

Finfinnee, Caamsaa 10, 2015 (FBC) – Taphoonni deebii walakkaa xumuraa Liigii Awurooppaa har’a galgala sa’aatii 4:00 irraa eegaluun ni taphatamu.

Falmiin Siiviiyaan Juuveentuus, Leeverkuusan Roomaa waliin xumuraaf darbuuf taasiisan xiyyeeffannoo argateera.

Tapha marsaa jalqabaan Roomaan Leeverkuusan goolii 1 fi 0n yoo injifatu, Juuveentus fi Siiviiyaan goolii 1 qixa xumuruun kan yaadatamuudha.

Taphni xumura Caamsaa 23, 2015 guyyaa Roobii taphatama.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.