Fana: At a Speed of Life!

Taphoonni Piriimaayeer Liigii Ingilaand torbee 2ffaan har’aa eegaluun ni taphatamu

Finfinnee, Hagayya 12, 2015 (FBC) – Taphoonni Piriimaayeer Liigii Ingilaand torbee 2ffaan tapha har’a galgala Noootiingihaam Foorest Sheefiild Yuunaayitiid walin taphataniin eegalama.

Taphni Boru galgala sa’aatii 1:30 eegalee Toottenahaam Hootispar Maanchiisteera Yuunaatiid waliin, Maanchiisteer Siitiin ammoo sa’aatii 4:00 irraa eegaluun Niwuu Kaastiil Yuunaayitiid waliin taasisaan si’oominaan eegama.

Dabalataan boru waaree booda sa’aatii 11:00 eegalee Fuulham Bireentifoord, Liiver Puul Boorni Maawuuz, Wolverhampitoon Biraayitaan waliin ni taphatu.

Maddi:-BBC Sport

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.