Fana: At a Speed of Life!

Taphoota Piriimaayeer Liigii Ityoophiyaa torbee 21ffaan har’a taphoonni 2 ni taphatamu

Finfinnee, Eebla 17, 2015 (FBC) – Taphoota Beetkiingii Piriimaayeer Liigii Ityoophiyaa torbee 21ffaan taphoonni har’a Kilaboonni Oromiyaa lamaan taasiisan ni eegama.

Har’a waaree booda sa’aatii 9:00 irraa jalqabee Laga Xaafoo Laga Daadhiin Hadiyyaa Hoosaa’iinaa waliin Istaadiyeemii Yuunivarsiitii Saayinsii fi Teeknooloojii Adaamaatti ni taphata.

Kilabni Magaalaa Adaamaas sa’aatii 12:00 irraa eegalee Buna Sidaamaa waliin falmiin taasiisu ni eegama.

Taphoota hanga ammaatti taphatameen Adaamaan qabxii 27 walitti qabachuun sadarkaa 8ffaarratti kan argamu yoo ta’uu, Laga Xaafoon qabxii 10n sadarkaa dhumaarratti argama.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.