Fana: At a Speed of Life!

Teeksaasitti dhukaasa giddugala gabaa keessatti banameen namoonni 8 ajjeefamuu ibsame

Finfinnee, Eebla 30, 2015 (FBC) – Ameerikaa kutaa Buclhiinsa Teeksaas giddu gala gabaa keessatti dhukaasa banameen yoo xiqaate namoonni 8 ajjeefamuu Poolisiin ibseera.

Namoonni 7 ammoo miidhaa qaamaaf saaxilamuu Poolisiin beeksiseera.

Namni dhuunfaan dhukaasa banuun namoota kanneen ajjeese Poolisiin ajjeefamuus ibsameera.

Namni dhuunfaan kun Giddu Gala Gabaa Alan Piriimiiyeem Awutilis jedhamu keessatti dhukaasa banuun namoota nagaa 8 erga ajjeesee booda Poolisiin ajjeefamuu eerameera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.