Fana: At a Speed of Life!

Waldaan Misooma Dhalattootaa fi Jaalattoota Nageellee Booranaa hongee mudateef deeggarsa Birrii kuma 400 ol taasise

Finfinnee, Sadaasa 21, 2014 (FBC) –Waldaan Misooma Dhalattootaa fi Jaalattoota Nageellee Booranaa hongee mudateef deeggarsa marga horii Birrii  kuma 400 olitti tilmaamamuu taasiseera.

Bulchaan Bulchiinsa Godina Booranaa Obbo Jaarso Boruu deeggarsa taasifameef galateeffachuu ragaan waajjira kominikeeshinii godina Booranaarra argamee ni muul’dhisa.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.