Fana: At a Speed of Life!

Waldorgommiin Atileetiksii Oromiyaa 14ffaan Asallaatti eegale

Finfinnee, Eebla 15, 2015 (FBC)- Waldorgommiin Shaampiyoonaa Kilaboota Atileetiksii Oromiyaa 14ffaan Asallaatti jalqabeera.

Waldorgommichi Istaadiyeemii Magariisaa Bulchiinsa Magaalaa Asallaatti gaggeeffamuu jalqabeera.

Shaampiyoonichi hanga Eebla 20, 2015tti kan gaggeeffamu yoo ta’u, Ispoortii Atileetiksii garaagaraan waldorgommiin kilaboota Oromiyaa gidduutti akka gaggeeffamu ragaan Federeeshinii Atileetiksii Oromiyaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.