Fana: At a Speed of Life!

Waltajjiin Ministirootaa walitti hidhamiinsa Humnaa Afrikaa Bahaa 16ffaan murtoowwan garaagaraa dabarsuun xumurame

Finfinnee, Amajjii 28, 2015 (FBC) – Waltajjiin Ministirootaa walitti hidhamiinsa Humnaa Afrikaa Bahaa 16ffaan guyyoota 2f Ugaandaa Kaampaalaatti gaggeeffammaa ture murtoowwan garaagaraa dabarsuun xumurameera.

Waltajjichirratti hojii raawwachiiftoonni dhaabbilee Eletirikaa biyyoota miseensa Walitti hidhamiinsichaa 13, qooda fudhattoonnii fi dhaabbileen tumsitootaa hirmaataniiru.

Dhimmoota caalmaatti walitti hidhamiinsa humnaa cimsanirratti mari’achuun murtoo dabarseera.

Ityoophiyaan walitti hidhamiinsa humnaa Afrikaa Bahaa cimsuu keessatti qooda ishee kan baatu ta’uu ibsiteerti.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.