Fana: At a Speed of Life!

Waltajjiin obbolummaa Amaaraa fi Afaar Samaraatti taa’ama

Finfinnee, Amajjii 2, 2012 (FBC) – Waltajjiin hariiroo obbolummaa ummattoota Amaaraa fi Afaar cimsu har’aa fi booru magaalaa Samaraatti taa’ama.
 
Waltajjicharratti hirmaachuuf jjilli preezidaantii mootummaa naannoo Amaaraa obbo Tamasgeen Xiruunahiin duurfamu magaalaa Samaraa yammuu ga’u preezidaantii mootummaa naannoo Afaar obbo Awwal Arbaa dabalatee hoggantoonni hojii olaanoo, abbootiin amantaa fi jarsooliin biyyaa simannaa taasisaniifiru.
 
Waltajjiichi guyyoota lamaaf kan turu yoo ta’u, kaayyon waltajjichaas hariiroo obbolummaa fi walitti dhufeenya seena qabeessa ummattoota lamaanii cimsuudha jedhameera.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.