Fana: At a Speed of Life!

Waltajjiin qabeenya jijjiirrama Qilleensaa fi Godaansarratti mari’atu Ityoophiyaatti gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Fulbaana 25, 2015 (FBC) – Waltajjiin Hayyoota Biyyaalessaa fi Idil Addunyaa qabeenya jijjiirrama Qilleensaa fi Godaansarratti mari’atu Ityoophiyaatti gaggeeffamaa jira.

Waltajjiin guyyaa har’aa eegalame kun Godaansa jijiirrama Qilleensaan walqabatee uumuu haala tarsiimawaa ta’een bifa hiikuun danda’amurratti xiyyeeffachuun gaggeeffamaa jira.

Marichis guyyoota sadan itti aananiif kan turu ta’uu ragaan Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.