Fana: At a Speed of Life!

Xaa’oon meetirik toonii kuma 400 Buufata Doonii Jibuutii ga’uun ibsame

Finfinnee, Amajjii 19, 2015 (FBC)- Baatii tokko keessatti xaa’oon biyyee meetirik toonii kumni 400 buufata doonii Jibuutii qaqqabuu Tajaajilli Geejjiba Galaanaa fi Loojistiksii Ityoophiyaa beeksise.

Tajaajilichi akka beeksisetti hojiin xaa’oo biyyee geejjibsiisuu milkaa’inaan raawwatameera.

Guyyaa kaleessaas xaa’oo meetirik toonii kuma 50 kan fe’e doonii 6ffaan Buufata Jibuutii ga’uu ibseera.

Xaa’oo biyyee waliigalaan buufaticha qaqqabe meetirik tooniin kumni 200 kutaalee biyyattii garaagaraatti raabsamuu beeksiseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.