Fana: At a Speed of Life!

Yeroo kanatti yaa’ii Gamtaa Afrikaa gaggeessuun carraa guddaadha – Aadde Adaanach Abeebee

Finfinnee, Amajjii 8, 2014 (FBC) – Yeroo kanatti yaa’ii Gamtaa Afrikaa gaggeessuun Ityoophiyaafis ta’ee Finfinneef carraa guddaa ta’uu Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee ibsan.

Akkuma Muummeen Ministiraa FDRI qajeelfama hojii laatan ummanni biyyattii hundi namuusa gaariin hawaasni daldalaa fi qaamoleen nageenyaa waliin ta’uun haala guutuu ta’een yaa’ii guddaa kana akka keessummeessan nan mirkaneessa jedhan Aadde Adaanach fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin.

Yaa’iin hoggantoota biyyoota miseensa Gamtaa Afrikaa kun Finfinneetti akka gaggeeffamu murtaa’uu isaan baga gammaddan jechuun ergaa dabarsaniiru.

Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.