Fana: At a Speed of Life!

Yunivarsiitiiwwan Waachaamoo fi Miizaan Teeppii barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa turan eebbisiisan

Finfinnee, Waxabajjii 26, 2014 (FBC) –Yunivarsiitiin Waachaamoo Kaampaasiin Duraamee fi Miizaan Teeppii barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa turan kuma 1 fi 500 ol eebbisiisaniiru.

Yunivarsiitiin Waachaamoo Kaampaasiin Duraamee barattoota digirii jalqabaa fi digirii 2ffaan barsiisaa ture 273 eebbisiiseera.

Kaampaasiichi marsaa 5ffaaf barattoota digirii 2ffaan 13 barsiisaa ture 13 yeroo jalqabaaf eebbisiiseera.

Yunivarsiitiin Miizan Teeppis barattoota dameewwan barnootaa garaagaraan barsiisaa ture kuma 1 fi 300 ol eebbisiiseera.

Geetachoo Muullataa fi Adam Aliitu gabaase.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.