Fana: At a Speed of Life!

Yuunivarsiitiin Haramayaa barattoota ogummaawwan garaagaraan barsiisaa ture eebbisiise

Finfinnee, Adoolessa 15, 2015 (FBC) – Yuunivarsiitiin Haramayyaa barattoota ogummaan garaagaraan barsiisaa ture kuma 4 ol eebbisiiseera.

Yuunivarsiitichi marsaa 68ffaaf barattoota sagantaa idilee fi idilee alaan Digirii jalqabaa, 2ffaa fi 3ffaan ogummaa garaagaraan barsiisaa ture kuma 4 fi 900 eebbisiiseera.

Tashoomaa Hayiluutu gabaase.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.Yuunivarsiitiin Haramayaa barattoota ogummaawwan garaagaraan barsiisaa ture eebbisiise

Finfinnee, Adoolessa 15, 2015 (FBC) – Yuunivarsiitiin Haramayyaa barattoota ogummaan garaagaraan barsiisaa ture kuma 4 ol eebbisiiseera.

Yuunivarsiitichi marsaa 68ffaaf barattoota sagantaa idilee fi idilee alaan Digirii jalqabaa, 2ffaa fi 3ffaan ogummaa garaagaraan barsiisaa ture kuma 4 fi 900 eebbisiiseera.

Tashoomaa Hayiluutu gabaase.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.