Fana: At a Speed of Life!

Yuunvarsiitiin Haramayyaa dargagoota gurmaa’un Haroo Haramayyaarra hojjetaniif deeggarsa taasise

Finfinnee, Waxabajjii 10, 2013 (FBC)-Yuunvarsiitiin Haramayyaa dargagoota gurmaa’un Haroo Haramayyaarra hojjetaniif deeggarsa taasiseera.

Yuunvarsiitiichi deeggarsa dargaggoota qurxummii kiyyeessuurratti bobba’aaniif meeshaalee oomishaa qurxummiif oolaan taasiseera.

Sirnicharratti kan argaman preezdaantiin yuunvarsiiticha Dooktar Jamaal Yasuuf, deeggarsichi kan jalqabaa ta’uu ibsaniiru.

Gara fulduraattis qarqara harichaatti hojiiwwan qorannoo fi misoomaa qindoomiinaan hojjechuuf karoorfamu ibsaniiru.

Kadir Shamsaddiintu gabaase

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.