Fana: At a Speed of Life!

Yuunvarsiitiin Jigjigaa barattoota ogummaa Saayinsii Fayyaan barsiisaa ture eebbisiise

Finfinnee, Gurraandhala 23, 2013 (FBC) – Yuunvarsiitiin Jigjigaa barattoota ogummaa Fayyaan barsiisaa ture Dooktareeta 32 fi Saayinsii Fayyaa 200 eebbiseera.
Barattootaa Yuunvarsiitichi har’a sadarkaa Dooktareetiin eebbisiise keessaa 10 dubartoota ta’uu ibsameera.
Waliigala barattoota har’a eebbifaman keessaa 91 dubartoota yoo ta’an, 109 dhiira jedhameera.
Yuunvarsiitiin Jigjigaa yeroo ammaa ogummaa garaagaraan barattoota kuma 25 ol barsiisaa jiraachuu Preezdaantiin Yuunvarsiitichaa Dooktar Bashar Abdullaahiin ibsaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.