Fana: At a Speed of Life!

Zayinni nyaata leetirri miiliyoonni 53.9 raabsaaf qophaa’e

Finfinnee, Hagayya 19, 2013 (FBC)- Zayinni nyaata leetirri miiliyoonni 53.9 raabsaaf qophii ta’uu Ministeerri Daldalaa fi Insaastirii beeksiseera.

Ministeerichi dhimma waqtaawaa biyyarratti miidiyaleef ibsa laateera.

Ibsichaan qaala’insa jireenyaa hir’isuuf sukkaraa, zayita, qamadii fi shaqatoota biroo waliin gahuuf hojjechaa jiraachuu ibsaniiru.

Daldaltoota seeraan alaarratti tarkaanfii fudhatamaa jiraachuu ibsameera.

Zayinni leetirri miiliyoonni 12.5 ayyaana booda kan qaqqabuudha.

Bittaan oomisha sukkaraa miiliyoonni 2 raawwatamee gara biyyatti imalchifamaa jira.

Bittaan daakuun Qamadiin daabboo kuntaalli miiliyoona 4 raawwatamuun baatii Fulbaanaarra eegalee gara biyyaa ni gala jedha ibsichi.

Fireeywoot Saffiitu gabaase

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.