Oduu biyya keessaa Hidhatoonni ABO shanee 12 too’annoo jala oolan Sifen Megersa Dec 30, 2020 0 Finfinnee, Muddee 21, 2013 (FBC) – Godina Iluu Abbaa Booraatti hidhattoonni ABO Shanee 12 to'annoo seeraa jala olfamuun himame. Ajajaan Qajeelcha Poolisii godina Iluu Abbaa Booraa…
Oduu biyya keessaa Jilli Preezdaantii Yuunivarsiitii Dirree Dawaa Dooktar Ubaah Adamiin durfamu Jibuutiitti daawwannaa… Wabi Fufa Dec 30, 2020 0 Finfinnee, Muddee 21, 2013 (FBC) –Jilli Preezdaantii Yuunivarsiitii Dirree Dawaa Dooktar Ubaah Adamiin durfamu Jibuutiitti daawwannaa taasise. Mana barumsaa hawaasa Ityoophiyaa…
Teeknooloojii Birrii miiliyoona dhibba 2 fi miiliyoona 80 kan ijaarrame bu’uuraaleen misoomaa ICT eebbifame Sifen Megersa Dec 30, 2020 0 Finfinnee, Muddee 21, 2013 (FBC) – Kutaalee magaalaa Qiirqoos, Araadaa fi Kolfee Qaraaniyootti bu’uuraaleen misoomaa Infoormeeshin Koomiinikeeshiin Teeknooloojii Birrii miiliyoona…
Oduu biyya keessaa Adabbii yakkamaa fi seeroota wixinee ragaarratti waltajjiin gaggeeffamaa jira Wabi Fufa Dec 30, 2020 0 Finfinnee, Muddee 21, 2013 (FBC) – Komishiniin Mirga Namoomaa Ityoophiyaa adabbii yakkamaa fi seeroota wixinee ragaarratti waltajjii gaggeessaa jira. Adabbiin yakkamaa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan jijjiirrama bu’uuraa taasiisaa jirti – Ambaasaaddar Girmaa Tamasgeen Sifen Megersa Dec 30, 2020 0 Finfinnee, Muddee 21, 2013 (FBC) – Ityoophiyaan jijjiirrama bu’uuraa taasiisaa jiraachuu Turkitti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Girmaa Tamasgeen ibsaniiru. Ambaasaaddar Girmaan turtii…
Oduu biyya keessaa Naannoo Tigiraayitti adda citee kan ture jijjiirraan Birrii moofaa deebi’ee eegale Wabi Fufa Dec 30, 2020 0 Finfinnee, Muddee 21, 2013 (FBC) –Naannoo Tigiraayitti adda citee kan ture jijjiirraan Birrii moofaa deebi’ee eegaleera. Jijjiirraan maallaqaa kun Sanbataa fi Dilbata dabalatee…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaanoota Afaan Arabaan barreessaan waliin mariin gaggeeffame Sifen Megersa Dec 29, 2020 0 Finfinnee, Muddee 20, 2013 (FBC) - Dubbii Himaan Ministeera Dhimma Alaa fi daayreektarri jeneraalaa Pabliik Dippiloomaasii Ambaasaaddar Diinaa Muftiin Ityoophiyaanoota Afaan Arabaatiin…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 243 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame Sifen Megersa Dec 29, 2020 0 Finfinnee, Muddee 20, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa'aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 243 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 1 darbeera. Sa'aatii 24 darbetti qorannoo…
Oduu biyya keessaa Hayyoonni Seenaa fi barreessitoonni ijaarsaa biyyaa fi waliigatee biyyaaleessaa keessatti dirqama… Sifen Megersa Dec 29, 2020 0 Finfinnee, Muddee 20, 2013 (FBC) - Hayyoonni Seenaa fi barreessitoonni ijaarsaa biyyaa fi waliigaltee biyyaalessaa uumurratti ga'ee irraa eegamu karaa ogummaa fi namuusa qabuun ba'uuf…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa fi Aljeeriyaan hariiroo daldalaa guddisuuf walii galan Sifen Megersa Dec 29, 2020 0 Finfinnee, Muddee 20, 2013 (FBC) - Ityoophiyaa fi Aljeeriyaan hariiroo daldalaa guddisuuf waliigalaniiru. Aljeeriyaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Ambaasaaddar Nabiyaat Geetaachow fi…