Fana: At a Speed of Life!

Adabbii yakkamaa fi seeroota wixinee ragaarratti waltajjiin gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Muddee 21, 2013 (FBC) – Komishiniin Mirga Namoomaa Ityoophiyaa adabbii yakkamaa fi seeroota wixinee ragaarratti waltajjii gaggeessaa jira.
Adabbiin yakkamaa fi seerootni wixinee ragaa dhimmoota mirga namoomaa waliin walqabatee rawwachuuf kan dandeessisu ta’uu Komishinarri Komishinii Mirga Namoomaa Ityoophiyaa Dooktar Daani’eel Baqqalaa ibsaniiru.
Dooktar Daani’eel sirni seeraa yakkamaa fi seerri ragaa FDRI qophaa’uun rakkoowwan barootaaf turan furuu kan danda’u ta’uu himaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.